Mammaaksa Afaan Oromoo logo Mammaaksa Afaan Oromoo

Mammaaksa Afaan Oromoo

by SHEGER-SOFT

🗂️ Books & Reference

🆓 free

4.9/5 ( 774+ reviews)
Android application Mammaaksa Afaan Oromoo screenshort

Features Mammaaksa Afaan Oromoo

Hawaasni Oromoo dubbii ergaa guddoo qabdu dabarfachuufi gabaabsee fixuuf mammaaksatti dhimma baha.
Yeroo baay’ee manguddoonni araarsufis ta’ee marii hawaas-dinagdee adda addaaf yoo walga’an yaada isaanii gadi fagessanii garuu osoo dubbii hindheeressin ibsachuuf mammaaksatti dhimma bahu.Mammaaksa Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:“Abbaan iyyatu malee ollaan hin birmatu”“Abbaan daadhii dhugeef ilma afan hin urgaayu”“Afaan gaariin afaa gaarii caala”“Abbaa hin qabduu akaakayyuuf boochi”“Abbaan cabsaa ofitti hin xiqqeessu”“Bakka oolan irra bakka bulan wayya”“Balaliitee balaliitee Allattiin lafa hin hanqattu”“Bara bofti nama nayaate lootuun nama kajeelti”“Bara dhibee bishaan muka namatti yaaba”“Citaa tokko luqqaasaniif manni hin dhimmisu”“Cubbuun bishaanii Harka buleen nama nyaachisa”“Cabsituun tulluu amaaraatiin giraancee jetti”“Dhabaaf malee sombi kan sareeti”“Dhiira jirtuu dhiirummaa hin dhuunfatan”“Dhiirsaa fi Niitiin muka tokko irraa muramu”“Erga waraabessi darbee sareen dutti”“Eeboo darbatanii jinfuu hin qabatan”“Fagaatan malee miaa biyyaa hin beekan”“Gamna gowwoomsun jibba dabalachuudha”“Ganamaan bahanii Waaqa jalaa hin bahani”

🛡️

Secure & Private

Your data is protected with industry-leading security protocols.

💬

24/7 Support

Our dedicated support team is always ready to help you.

⭐

Personalization

Customize the app to match your preferences and workflow.

Screenshots

See the Mammaaksa Afaan Oromoo in Action

Mammaaksa Afaan Oromoo Screen 1
Mammaaksa Afaan Oromoo Screen 2
Mammaaksa Afaan Oromoo Screen 3

Get the App Today

Download on Google Play

Available for Android 8.0 and above